Amma Yaabbadhu

አማርኛ • 简体中文 • 繁体字 • 日本語한국어 • Oromiffa • af-Soomaali • Español • Tagalog • ትግርኛ • Tiếng việt • English

Waa'ee Ride Now

Ride Now sagantaa yaalii birraa 2022 keessa sochii irra turee fi ga'eessota dulloomanii fi qaama midhamtootaan isaanumaaf kan qophaa'ee turedha. Ga’eessonni umrii 65 ol ta'an, namoonni qaama miidhamtoonnii fi kunuunsitoonni isaanii ykn tajaajila kennitoonni vaawucharii yaabbannoo bilisaa Yellow Cab, Uber fi Lyft irratti akka fayyadamaniif gaafachuu danda’u. Ride Now kana booda kan hin argamne yoo ta’u, sagantaa yaalii irraa waan baay’ee barannee barumsa arganne sagantaalee gara fuula duraatti hojiirra oolchaa jirra. Odeeffannoo dabalataaf, meeshaalee goolabaa armaan gadii ilaalaa.

Sanadootaa fi Qabeenyota

Meeshaaalee goolabaa Ride Now

Gargaarsi maallaqaa sagantaa addaa Yaabbii Ammaa akka ta'u gargaare karaa kenna Karoorfannaa Geejjiba Hawaasa Hundaaf (Transit Planning 4 All) , pirojeektii karoorfannaa geejjibaa biyoolessaa kan karoorfannaa geejjiaa kessatti namoota hir'ina qaamaa qaban fi manguddoota dabaluuf raawwiiwwan haalan garii ta'an barbaadu fi jajjaeessu, ta'een kan fudhatameedha.

Akka qaama Karoorfannaa Geejjiba Hawaasa Hundaa 2018-2019 tti, Grantee Cohort, Hopelink (Kiing Kaawuntii, WA) Meeshaa Karoorfannaa Hammataa uume, sassaaii barnoota hirmaannaa keenna keessatti Qindoomina Hopelink fi Sosochii King Kaawuntii. SDOTn sagantaa addaa kana oggaa karoorfatu Meeshaa Karoorfannaa Hammataa baldhinaan fayyadameeti.

Meeshaa Karoorfannaa Hammataa Hopelink asitti qorachuu dandeessu.

A group of seniors smiling.

Transportation

Greg Spotts, Director
Address: 700 5th Ave, Suite 3800, Seattle, WA, 98104
Mailing Address: PO Box 34996, Seattle, WA, 98124-4996
Phone: (206) 684-7623
684-Road@seattle.gov

Newsletter Updates

Subscribe

Sign up for the latest updates from Transportation

The Seattle Department of Transportation (SDOT) is on a mission to deliver a transportation system that provides safe and affordable access to places and opportunities for everyone as we work to achieve our vision of Seattle as a thriving, equitable community powered by dependable transportation.